Warri amanan karaa Rabbii keessatti lolu. Isaan kafaran immoo karaa xaaghuutaa keessatti lolu. jaalalleewwan sheyxaanatiin lolaa. Dhugumatti tooftaan sheyxaanaa dadhabaa ta'e.
An-Nisa' 4:76
Compare 2 Oromo translations
الَّذِينَ آمَنُوا يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ۖ وَالَّذِينَ كَفَرُوا يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِ الطَّاغُوتِ فَقَاتِلُوا أَوْلِيَاءَ الشَّيْطَانِ ۖ إِنَّ كَيْدَ الشَّيْطَانِ كَانَ ضَعِيفًا
DragHold to move · × to hide
Warri amanan karaa Rabbii keessatti lolu. Isaan kafaran immoo karaa xaaghuutaa (sheyxaanaa) keessatti lolu. jaalalleewwan sheyxaanatiin lolaa. shirri sheyxaanaa dadhabaa ta'e.