Toltuu irraa wanti si tuqe kamillee Rabbirraayyi. Hamtuu irraa wanti si tuqe kamillee lubbuu kee irraayi. Namootaaf ergamaa taasifneetiin si ergine. Ragummaaf Rabbiin qofti ga’adha.
An-Nisa' 4:79
Compare 2 Oromo translations
مَا أَصَابَكَ مِنْ حَسَنَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ وَمَا أَصَابَكَ مِنْ سَيِّئَةٍ فَمِنْ نَفْسِكَ ۚ وَأَرْسَلْنَاكَ لِلنَّاسِ رَسُولًا ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا
DragHold to move · × to hide
Toltuu irraa wanti si tuqe kamillee Rabbirraayyi. Hamtuu irraa wanti si tuqe kamillee lubbuu tee irraayi. ilma namaatiif ergamaa taasifneetiin si ergine. Ragummaaf Rabbiin qofti ga’adha.