Al-Ahqaf 46:31

Compare 2 Oromo translations

يَا قَوْمَنَا أَجِيبُوا دَاعِيَ اللَّهِ وَآمِنُوا بِهِ يَغْفِرْ لَكُمْ مِنْ ذُنُوبِكُمْ وَيُجِرْكُمْ مِنْ عَذَابٍ أَلِيمٍ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yaa ummata keenya! Waamaa Rabbii (nabi Muhammadiin) tole jedhaa; isattis amanaa. Inni (Rabbiin) badiilee keessan irraa isiniif araarama; adabbii laalessaa irraas isin baraara.

Gali Ababor

Yaa ummata keenya! Waamaa Rabbiitiif (nabi Muhammadiif) awwaadhaa (tole jedhaa); isattis amanaa. Inni (Rabbiin) badiilee keessanirraa isiniif araarama; adabbii laalessaa irraas isin baraara.

Rowwad Translation Center