Namni waamaa Rabbii tole hin jenne, dachii keessatti dadhabsiisaa miti; isaan (Allaahn) alas gargaaraan biraa isaaf hin jiru. Warri sun jallina ifa ta’e keessa jiru.”
Al-Ahqaf 46:32
Compare 2 Oromo translations
وَمَنْ لَا يُجِبْ دَاعِيَ اللَّهِ فَلَيْسَ بِمُعْجِزٍ فِي الْأَرْضِ وَلَيْسَ لَهُ مِنْ دُونِهِ أَوْلِيَاءُ ۚ أُولَٰئِكَ فِي ضَلَالٍ مُبِينٍ
DragHold to move · × to hide
Namni waamaa Rabbii tole hin jenne, dachii keessatti dadhabsiisaa miti; isa (Allaah) malee gargaaronni biraa isaaf hin jiru. Warri sun jallina ifa ta’e keessa jiru.”