)Kiristaanonni) yeroo waan gara ergamichaa buufame dhagayan, sababaa dhugaa beekaniif jecha kan ijji isaanii imimmaan dhangalaatu argita. Ni jedhu: "(Yaa) Gooftaa keenya! Nuti amannee ragoota wajjin nu barreessi.
Al-Ma'idah 5:83
Compare 2 Oromo translations
وَإِذَا سَمِعُوا مَا أُنْزِلَ إِلَى الرَّسُولِ تَرَىٰ أَعْيُنَهُمْ تَفِيضُ مِنَ الدَّمْعِ مِمَّا عَرَفُوا مِنَ الْحَقِّ ۖ يَقُولُونَ رَبَّنَا آمَنَّا فَاكْتُبْنَا مَعَ الشَّاهِدِينَ
DragHold to move · × to hide
(Kiristaanonni) yeroo waan gara ergamichaa (muhammad) buufame (qur'aana) dhagayan, sababaa dhugaa beekaniif jecha kan ijji isaanii imimmaan dhangalaaftu argita. Ni jedhu: "(Yaa) Gooftaa keenya! Nuti amannee ragoota (muslimtoota) wajjin nu barreessi.