Sila maaltu nuuf jiraayyi Rabbiifi dhugaa irraa waan nutti bu’etti amanuu dhabna? Gooftaan keenya ummata gaggaarii wajjin nu seensisuus ni kajeella" (jedhu).
Al-Ma'idah 5:84
Compare 2 Oromo translations
وَمَا لَنَا لَا نُؤْمِنُ بِاللَّهِ وَمَا جَاءَنَا مِنَ الْحَقِّ وَنَطْمَعُ أَنْ يُدْخِلَنَا رَبُّنَا مَعَ الْقَوْمِ الصَّالِحِينَ
DragHold to move · × to hide
Sila maaltu nuuf jiraayyi Rabbiifi dhugaa irraa waan nutti bu’etti (kan nabi muhammad fidetti) amanuu dhabna? (homaa nuuf hinjiran). Gooftaan keenya ummata gaggaarii wajjin (jannata) nu seensisuu ni kajeella" (jedhu).