Al-A'raf 7:83

Compare 2 Oromo translations

فَأَنْجَيْنَاهُ وَأَهْلَهُ إِلَّا امْرَأَتَهُ كَانَتْ مِنَ الْغَابِرِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isaafi maatii isaa nagaya baasne. Niitiin isaa malee isiin warra (adabbii keessatti) hafan irraa taate.

Gali Ababor

Isaafi maatii isaa nagaya baasne. Niitii isaa malee isiin warra (adabbii keessatti) hafan irraa taate.

Rowwad Translation Center