Al-A'raf 7:84

Compare 2 Oromo translations

وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ مَطَرًا ۖ فَانْظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُجْرِمِينَ

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Rooba (adabaas) isaan irratti roobsifne, Booddeen yakkamtootaa akkam akka ta’e ilaali.

Gali Ababor

Rooba (adabaa) isaan irratti roobsifne, Booddeen yakkamtootaa akkam akka ta’e ilaali.

Rowwad Translation Center