An-Nisa' 4:106

Compare 2 Oromo translations

وَاسْتَغْفِرِ اللَّهَ ۖ إِنَّ اللَّهَ كَانَ غَفُورًا رَحِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Rabbiin araarama kadhu. Dhugumatti Rabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaa ta'eera.

Gali Ababor

Rabbiin araarama kadhu. Rabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaa ta'eera.

Rowwad Translation Center