An-Nisa' 4:107

Compare 2 Oromo translations

وَلَا تُجَادِلْ عَنِ الَّذِينَ يَخْتَانُونَ أَنْفُسَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ مَنْ كَانَ خَوَّانًا أَثِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Isaan lubbuulee isaanii ganan irraas hin falmin. Dhugumatti Rabbiin nama akkaan ganaa dilaawaa ta’e hin jaalatu.

Gali Ababor

Isaan lubbuulee isaanii ganan irraas hin falmin. Rabbiin nama akkaan ganaa dilaawaa ta’e hin jaalatu.

Rowwad Translation Center