Yoo nama miidhame ta’e malee Rabbiin jecha irraa hamaa ifa baasuu hin jaalatu. Rabbiinis dhagayaa, beekaa ta'eera.
An-Nisa' 4:148
Compare 2 Oromo translations
لَا يُحِبُّ اللَّهُ الْجَهْرَ بِالسُّوءِ مِنَ الْقَوْلِ إِلَّا مَنْ ظُلِمَ ۚ وَكَانَ اللَّهُ سَمِيعًا عَلِيمًا
DragHold to move · × to hide
Yoo nama roorrifame ta’e malee Rabbiin jecha irraa hamaa mul'isuu hin jaalatu. Rabbiin dhagayaa, beekaa ta'eera.