Yoo toltuu ifa gootan yookiin isa dhoksitan yookiin hamtuu irraa dhiifama gootan, dhugumatti Rabbiin akkaan dhiifama godhaa, danda’aa ta'eera.
An-Nisa' 4:149
Compare 2 Oromo translations
إِنْ تُبْدُوا خَيْرًا أَوْ تُخْفُوهُ أَوْ تَعْفُوا عَنْ سُوءٍ فَإِنَّ اللَّهَ كَانَ عَفُوًّا قَدِيرًا
DragHold to move · × to hide
Yoo toltuu mul'iftanii yookiin isa dhoksitan (hojjatan) yookiin hamtuu irraa dhiifama gootan (Rabbirraa galata argattu) Rabbiin akkaan dhiifama godhaa, danda’aa ta'eera.