An-Nisa' 4:165

Compare 2 Oromo translations

رُسُلًا مُبَشِّرِينَ وَمُنْذِرِينَ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَى اللَّهِ حُجَّةٌ بَعْدَ الرُّسُلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Gammachiisoofi dinniinoo taasifnee ergamtoota (ergine.), Akka Ergamtoota booda Rabbi irratti namaaf ragaan hin argamneef Rabbiin injifataa, ogeessa.tahee jira.

Gali Ababor

Gammachiisoofi dinniinoo taasifnee ergamtoota (ergine.), Akka Ergamtoota booda Rabbi irratti namaaf ragaan (rakkoo himatuun) hin argamneef. Rabbiin injifataa, ogeessa.tahee jira.

Rowwad Translation Center