Garuu Rabbiin waan gara keetti buuse irratti ragaa ba’a, Beekumsa Isaatiin isa buuse, Malaa’ikoonnis ragaa ba’u, Ragaadhaaf Rabbiin ga’aadha.
An-Nisa' 4:166
Compare 2 Oromo translations
لَٰكِنِ اللَّهُ يَشْهَدُ بِمَا أَنْزَلَ إِلَيْكَ ۖ أَنْزَلَهُ بِعِلْمِهِ ۖ وَالْمَلَائِكَةُ يَشْهَدُونَ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا
DragHold to move · × to hide
Garuu Rabbiin waan gara keetti buuse (qur'aana) irratti ragaa ba’a, Beekumsa Isaatiin isa buuse, Malaa’ikoonnis ragaa ba’u, Ragaadhaaf Rabbiin ga’aadha.