An-Nisa' 4:83

Compare 2 Oromo translations

وَإِذَا جَاءَهُمْ أَمْرٌ مِنَ الْأَمْنِ أَوِ الْخَوْفِ أَذَاعُوا بِهِ ۖ وَلَوْ رَدُّوهُ إِلَى الرَّسُولِ وَإِلَىٰ أُولِي الْأَمْرِ مِنْهُمْ لَعَلِمَهُ الَّذِينَ يَسْتَنْبِطُونَهُ مِنْهُمْ ۗ وَلَوْلَا فَضْلُ اللَّهِ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَتُهُ لَاتَّبَعْتُمُ الشَّيْطَانَ إِلَّا قَلِيلًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Yeroo tasgabbii yookiin sodaa irraa dhimmi wahii isaaniitti dhufe, (namoota keessatti) isa facaasu. Odoo gara Ergamaatiifi gara abbootii taaytaa isaan irraa ta’anii isa deebisanii, silaa isaan irraa warri isa qoratan (xiinxalan) isa beeku turan. Odoo ni’imaan Rabbiitiifi rahmanni Isaa isin irra jiraachuu baatee, silaa isin muraasa (keessan) malee sheyxaana hordoftu turtan.

Gali Ababor

Yeroo tasgabbii yookiin sodaa irraa dhimmi (oduun) wahii isaaniitti dhufe, (namoota keessatti) isa facaasu. Odoo gara Ergamaatiifi gara hooggantoota isaan irraa ta’anii isa deebisanii silaa isaan irraa warri isa qoratan (xiinxalan) isa beeku turan. Odoo arjoomni Rabbiitiifi rahmanni Isaa isin irra jiraachuu baatee, silaa isin hanga xiqqaa malee sheyxaana hordoftu turtan.

Rowwad Translation Center