Karaa Rabbii keessattis loli; lubbuu kee malee hin dirqisiifamtu. Mu’uminootas kakaasi. Rabbiin rakkoo warra kafaranii (sirraa) qabuun ni kajeelama. Gama lolaatiin Rabbitu irra cimaadha; jiilchaanis irra cimaadha.
An-Nisa' 4:84
Compare 2 Oromo translations
فَقَاتِلْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ لَا تُكَلَّفُ إِلَّا نَفْسَكَ ۚ وَحَرِّضِ الْمُؤْمِنِينَ ۖ عَسَى اللَّهُ أَنْ يَكُفَّ بَأْسَ الَّذِينَ كَفَرُوا ۚ وَاللَّهُ أَشَدُّ بَأْسًا وَأَشَدُّ تَنْكِيلًا
DragHold to move · × to hide
Karaa Rabbii keessatti loli; lubbuu tee malee hin dirqisiifamtu. Mu’umintootas kakaasi. Rabbiin hamtuu warra kafaranii (sirraa) qabuun ni kajeelama. Gama lolaatiin Rabbitu irra cimaadha; jiilchaanis irra cimaadha.