An-Nisa' 4:85

Compare 2 Oromo translations

مَنْ يَشْفَعْ شَفَاعَةً حَسَنَةً يَكُنْ لَهُ نَصِيبٌ مِنْهَا ۖ وَمَنْ يَشْفَعْ شَفَاعَةً سَيِّئَةً يَكُنْ لَهُ كِفْلٌ مِنْهَا ۗ وَكَانَ اللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ مُقِيتًا

القرآن الكريم

DragHold to move · × to hide

Namni araarama gaarii araarse, ishee irraa qoodni (mindaan) isaaf ta’a. Namni araarama gadhee araarses, ishee irraa qoodni (hamaan) isaaf ta’a. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.

Gali Ababor

Namni manguddummaa gaarii namaaf dhaabbate, ishee irraa qoodni (mindaan) isaaf ta’a. Namni manguddummaa hamtuu dhaabbate, ishee irraa qoodni (hamaan) isaaf ta’a. Rabbiin waan hunda irratti toohataa taheera.

Rowwad Translation Center